
Our Vision and Values
- Integrity: Honesty and transparency drive us.
- Innovation: Always exploring new solutions.
- Customer-Centric: Focused on your needs.
- Sustainability: Committed to eco-friendly practices.

SHORT HISTORY OF ODAA ELECTRONICS
Odaa Electronics dhaabbata dhiheessii meeshaalee Elektirooniksii dargaggoo Sooressaa Dameetiin hundaa’e dha. Dhiheessii meeshaalee electronics irratti hojjeta. Seenaan isaas akkas ture; Bara 2017/2009 yeroon barataa waggaa 4ffaa Mooraa/University ture toora facebook irratti “SOORESSAA COMPUTER and ELECTRONICS” jedhee maxxansuu jalqabe. Haaluma kanaan 2019/2011 Mooraa irraa akka ba’een moggaasa Maqaa erga dubbiseen booda Gara ODAAtti jijjiire. Hanga 2011 dhumatti daldaltoota gidduu meeshaalee deddeebisuu maamila tokko tokko dukkaana/suuqii namaa keessatti keessumsiisaa ture. Bara 2012 A.L.I. jalqabarratti nama lama taanee Mana hojii kireeffannee hojii jalqabne. Haamilee uummanni keenya nuuf kennus akka malee nu jajjabeesse. Nutis itti ciniinnanne jabaanne… Yeroo ammaa kana Odaan Hejjettoota dhaabbii fi kaan dabalatee gara namoota kudhanii(10) hanga (15) hirmaachisaa jira. Yeroo ammaa kana Finfinnee, Naqamtee fi Shashammannee irraa damee qabna. Akkuma maamiloonni ajajatan meeshaalee keenya iddoo namoonni nu ajajatanitti dhaqqabsiisaa jirra. Amma damoota banachaa jirra. Akkuma Haalli mijateen magaalota Oromiyaa gurguddoo keessatti ni bananna. Wantoota Ittiin Beekamnu ykn Aadaa Hojii Keenyaa Onnee guutuu Amanamummaa fi Iftoomina Kutannoo Hojii Onnee guutuu Nama/Qaama hundaaf Akka ofii keenyatti yaaduu Deemsa keenya irraa baruu fi Fooyya’aa deemuu ofii keenyaatti DhimmuWarreen Nuwaliin Hojjechuu Barbaaddanis Ni Jajjabeessina! Koottaa telegram t.me/gareeOdaa nu Quunnamaa odaatrading.com
This is the heading
Odaa Electronics dhaabbata dhiheessii meeshaalee Elektirooniksii dargaggoo Sooressaa Dameetiin hundaa’e dha. Dhiheessii meeshaalee electronics irratti hojjeta. Seenaan isaas akkas ture; Bara 2017/2009 yeroon barataa waggaa 4ffaa Mooraa/University ture toora facebook irratti “SOORESSAA COMPUTER and ELECTRONICS” jedhee maxxansuu jalqabe. Haaluma kanaan 2019/2011 Mooraa irraa akka ba’een moggaasa Maqaa erga dubbiseen booda Gara ODAAtti jijjiire. Hanga 2011 dhumatti daldaltoota gidduu meeshaalee deddeebisuu maamila tokko tokko dukkaana/suuqii namaa keessatti keessumsiisaa ture. Bara 2012 A.L.I. jalqabarratti nama lama taanee Mana hojii kireeffannee hojii jalqabne. Haamilee uummanni keenya nuuf kennus akka malee nu jajjabeesse. Nutis itti ciniinnanne jabaanne… Yeroo ammaa kana Odaan Hejjettoota dhaabbii fi kaan dabalatee gara namoota kudhanii(10) hanga (15) hirmaachisaa jira. Yeroo ammaa kana Finfinnee, Naqamtee fi Shashammannee irraa damee qabna. Akkuma maamiloonni ajajatan meeshaalee keenya iddoo namoonni nu ajajatanitti dhaqqabsiisaa jirra. Amma damoota banachaa jirra. Akkuma Haalli mijateen magaalota Oromiyaa gurguddoo keessatti ni bananna. Wantoota Ittiin Beekamnu ykn Aadaa Hojii Keenyaa Onnee guutuu Amanamummaa fi Iftoomina Kutannoo Hojii Onnee guutuu Nama/Qaama hundaaf Akka ofii keenyatti yaaduu Deemsa keenya irraa baruu fi Fooyya’aa deemuu ofii keenyaatti DhimmuWarreen Nuwaliin Hojjechuu Barbaaddanis Ni Jajjabeessina! Koottaa telegram t.me/gareeOdaa nu Quunnamaa odaatrading.comr
Learn More